Channel
Maddi Oduu: BBC AFAAN OROMO Maxxansa public BBC Irraa kan odeffannedha, kan studeo irraa darbu miti. Hubadhu : Sababaa isaan Telegramiin odeeffanno maxxansaa hin turreef, bara 2018 G.C hundeesse. Buy ads: https://telega.io/c/bbcAfaanOromoo
Updated: 2026-09-12
Paartiin Rippaablikaanaa filannoo walakkeessaa mo'annaan ga'essi Ameerikaa hundi $5,000 argata - Tiraamp https://bbc.in/4A0c1uJ
Apple bilbila haaraa dacha'u gabaatti dhiyeesse Bilbilli haaraa bahe kuni kanneen hamma har'aa bahanirra qaalii dha jedhameera. https://bbc.in/4gKwT1l
Akka lakkoofsa Itoophiyaatti barri 2018 xumuramaa jira. Bara darbe kana keessa taateewwan ijoo biyyattii keessatti mudatan filannee kana qixeessineerra. Maal fa'aadha? Kana keessaa…
Akkamiin saamunaan harkaan dhiqannu waraqaarraa hojjatama? Dargaggoon kalaqa kana hojjate deebii qaba ➡️➡️ https://bbc.in/4czPFGa
Waajjiraaleen Mootummaa Naannoo Oromiyaa Barsiisaa Mokonniinifi kaanif deeggarsa taasisan. Kunis, 'Guyyaa Daneessummaa' sababeeffachuun akka ta'e Waajjirri Kominikeeshinii MNO ibse…
Oduu aagaa! Daa'imni Booranatti manni itti cufame ijoo dubbii ta'e oolmaa daa'immanii akka seenuuf waggaa tokkoof gatiin barnootaa kaffalameefi. 👉 https://bbc.in/4gVycJt
Humni qilleensaa biyyoota Gaanfa Afrikaa maal fakkaata? Xiyyaarota akkamiifaa qabu?https://youtu.be/SCzJtBcma4A?at_campaign=ws_whatsapp
Maatiin ijoolleen isaanii Sa'ud Arabiyaatti jalaa ajjeefaman reeffallee argatanii irmii hin baafatiin hafan maal jedhu? 👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c8e311ned2go?a…
A head-to-head of how 1xBet and Betano advertise on Telegram — reach and bonus aggressiveness versus brand and regulated-market focus, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals about each.
A head-to-head of how 1xBet and Betway advertise on Telegram — reach and bonus aggressiveness versus regulated-market brand and sponsorships, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals about each.
A head-to-head of how 1xBet and Melbet advertise on Telegram — reach and bonus aggressiveness versus bonus-led offshore acquisition, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals about each.
A head-to-head of how 1xBet and Parimatch advertise on Telegram — reach and bonus aggressiveness versus brand recognition and sponsorships, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals about each.
Flags — the regions we asked our observer pool for while recording this ad in this channel. That is a label on our request, not a confirmed place of viewing: when no account is available in the requested country the pool silently substitutes another and does not say so. It is not the advertiser's targeting country either. We stopped requesting the region on {date}, so newer creatives carry no flags at all. The channel's main country (by its language) is highlighted in blue; regions under 5% are collapsed into +N.